-
Ermiyaas 31:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Kanaa mannaa, tokkoon tokkoon namaa balleessaa ofii isaatiin ni duʼa. Namni firii wayinii dhangaggaaʼaa nyaatu kam iyyuu ilkaanuma isaatu hadooda.”
-