Mulʼata 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Harka mirgaa isa teessoo irra taaʼe+ sanaa keessatti maraa kitaabaa karaa lamaan* irratti barreeffamee fi chaappaawwan torbaan akka gaariitti cufame tokko nan arge.
5 Harka mirgaa isa teessoo irra taaʼe+ sanaa keessatti maraa kitaabaa karaa lamaan* irratti barreeffamee fi chaappaawwan torbaan akka gaariitti cufame tokko nan arge.