LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 32:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Dheekkamsi koo ibidda qabsiiseera;+

      Awwaala* gad fagoo keessattis ni bobaʼa;+

      Inni lafaa fi oomisha ishii nyaatee ni fixa;

      Buʼuurawwan gaarotaas ni guba.

  • Hisqiʼel 15:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kunoo, inni akka qoraaniitti ibiddatti ni gatama; ibiddichis fiixee isaa lamaan ni nyaata, gidduu isaas ni waxala. Kana booda hojii akkamiitiif iyyuu ooluu ni dandaʼaa ree?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi