Ermiyaas 17:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Guyyaa Sanbataatti baʼaa akkamii iyyuu mana keessanii hin baasinaa; hojii akkamii iyyuus hin hojjetinaa.+ Akkuman abbootii keessan ajajetti, guyyaa Sanbataa qulqulluu godhaa eegaa.+
22 Guyyaa Sanbataatti baʼaa akkamii iyyuu mana keessanii hin baasinaa; hojii akkamii iyyuus hin hojjetinaa.+ Akkuman abbootii keessan ajajetti, guyyaa Sanbataa qulqulluu godhaa eegaa.+