Ermiyaas 21:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Anumti iyyuu harka diriirfameen, irree jabaadhaan, dheekkamsaa fi aarii guddaadhaan+ isin nan lola.+ Hisqiʼel 8:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kanaafuu, ani dheekkamsaan tarkaanfii nan fudhadha. Ijji koo isaaniif hin gaddu; anis gara laafina isaanitti hin argisiisu.+ Sagalee isaanii ol kaasanii gurra kootti yoo iyyan illee ani isaan hin dhagaʼu.”+
5 Anumti iyyuu harka diriirfameen, irree jabaadhaan, dheekkamsaa fi aarii guddaadhaan+ isin nan lola.+
18 Kanaafuu, ani dheekkamsaan tarkaanfii nan fudhadha. Ijji koo isaaniif hin gaddu; anis gara laafina isaanitti hin argisiisu.+ Sagalee isaanii ol kaasanii gurra kootti yoo iyyan illee ani isaan hin dhagaʼu.”+