-
Hisqiʼel 34:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 “‘Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana isaaniin jedha: “Kunoo, ani jira; anumti hoolaa gabbataa fi hoolaa huqqataa gidduutti murtii nan dabarsa; 21 gara biyya kan biraatti hamma isaan bittinneessitanitti cinaachaa fi gateettii keessaniin isaan dhiibuu, gaanfa keessaniinis warra dhukkubsatan hundumaa jifachuu keessan itti fuftaniittu.
-