Keessa Deebii 32:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dheekkamsi koo ibidda qabsiiseera;+Awwaala* gad fagoo keessattis ni bobaʼa;+Inni lafaa fi oomisha ishii nyaatee ni fixa;Buʼuurawwan gaarotaas ni guba. Ermiyaas 21:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Akkuma hojii keessaniif malutti,Isin nan adaba.+ Bosona ishiitti ibidda nan qabsiisa,Ibiddichis wantoota naannoo ishiitti argaman hundumaa ni nyaata’+ jedha Yihowaan.”
22 Dheekkamsi koo ibidda qabsiiseera;+Awwaala* gad fagoo keessattis ni bobaʼa;+Inni lafaa fi oomisha ishii nyaatee ni fixa;Buʼuurawwan gaarotaas ni guba.
14 Akkuma hojii keessaniif malutti,Isin nan adaba.+ Bosona ishiitti ibidda nan qabsiisa,Ibiddichis wantoota naannoo ishiitti argaman hundumaa ni nyaata’+ jedha Yihowaan.”