2 Seenaa Baraa 7:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 biyya koo isan isaaniif kenne irraa Israaʼeliin nan buqqisa;+ mana ani maqaa kootiif qulqulleesse kanas ija koo duraa nan gata; innis saba hundumaa gidduutti kan tuffatamuu* fi kan itti qoosamu akka taʼu nan godha.+ Faaruu Ermiyaas 2:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yihowaan wanta yaade godheera;+ wanta dubbate,Isa yeroo dheeraa dura ajaje+ raawwateera.+ Inni gara laafina tokko malee si diigeera.+ Diinni wanta sirra gaʼetti akka gammadu godheera; jabina* hamajaajota keetiis ol qabeera.
20 biyya koo isan isaaniif kenne irraa Israaʼeliin nan buqqisa;+ mana ani maqaa kootiif qulqulleesse kanas ija koo duraa nan gata; innis saba hundumaa gidduutti kan tuffatamuu* fi kan itti qoosamu akka taʼu nan godha.+
17 Yihowaan wanta yaade godheera;+ wanta dubbate,Isa yeroo dheeraa dura ajaje+ raawwateera.+ Inni gara laafina tokko malee si diigeera.+ Diinni wanta sirra gaʼetti akka gammadu godheera; jabina* hamajaajota keetiis ol qabeera.