LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 66:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yihowaan ibiddaan,

      Eeyyee, goraadee isaatiin foon* hundumaa irratti murtii ni dabarsa;

      Warri Yihowaan ajjeesus hedduu ni taʼu.

  • Ermiyaas 12:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Goraadeen Yihowaa andaara biyyattii isa tokko irraa hamma isa kan biraatti nyaachaa waan jiruuf,

      Warri badiisa geessisan sun lafa onaa keessa darbanii karaawwan dullooman hundumaa irra buʼanii dhufaniiru.+

      Eenyu* iyyuu nagaa hin qabu.

  • Amoos 9:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Diinota isaaniitiin boojuudhaan yoo fudhataman,

      Achitti goraadee nan ajaja, innis isaan ajjeesa;+

      Ani gaariidhaaf utuu hin taʼin hamaadhaaf jedhee ija koo isaan irra nan kaaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi