LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Isaanis ilmaan Zedeeqiyaa ijuma isaa duratti ni gorraʼan; achiis Nebukadnezaar ija Zedeeqiyaa ni jaamse; hidhaa sibiila diimaatiin hidhees gara Baabilonitti isa fide.+

  • Hisqiʼel 19:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ibiddis dameewwan* ishii irraa kaʼee latiiwwan ishii fi firii ishii ni nyaate,

      Damee cimaanis taʼe uleen bulchiinsaaf taʼu isa irratti hin hafne.+

      “‘Kun faaruu gaddaa ti; gara fuulduraatiifis faaruu gaddaa taʼee tajaajila.’”

  • Hisqiʼel 21:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Marata mataa of irraa fuudhi, gonfoos of irraa kaasi.+ Kun akka kanaan itti hin fufu.+ Isa gad deebiʼe ol kaasi,+ isa ol kaʼes gad deebisi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi