25 Daandii hundumaa irratti iddoo hundumaa caalaa beekamaa taʼetti iddoowwan ol kaʼoo kee ijaarratteetta; nama achiin darbu hundumaatiif of dhiheessuudhaan+ bareedina kee gara wanta jibbisiisaa taʼetti jijjiirteetta; sagaagalummaa kees baayʼisteetta.+