-
Hisqiʼel 21:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 “Ati garuu yaa ilma namaa, daandiiwwan goraadeen mootii Baabilon irra dhufu lama irratti mallattoo godhi. Lamaan isaanii iyyuu biyyuma tokko irraa ni kaʼu; bakka daandiin gara magaalota lamaanitti geessu sun addaan itti baʼu irrattis mallattoon* tokko haa dhaabamu.
-