-
Hisqiʼel 11:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 “Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Reeffi isin magaalattii keessatti gaggattan foonicha dha, magaalattiin immoo disticha dha.+ Isin garuu ishii keessaa ni fudhatamtu.’”
-
-
Hisqiʼel 11:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 ‘Ani ishii keessaa isin baasee, harka namoota biyya ormaatti dabarsee isin nan kenna; murtiis isin irratti nan dabarsa.+
-