Ermiyaas 2:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Uffanni kee dhiiga namoota hiyyeeyyii* balleessaa hin qabneetiin xuraaʼeera;+Yommuu isaan mana kee cabsanii seenan kanan hin argine taʼus,Dhiiga isaanii uffata kee hundumaa irratti argaan jira.+
34 Uffanni kee dhiiga namoota hiyyeeyyii* balleessaa hin qabneetiin xuraaʼeera;+Yommuu isaan mana kee cabsanii seenan kanan hin argine taʼus,Dhiiga isaanii uffata kee hundumaa irratti argaan jira.+