-
Hisqiʼel 24:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Ani ganama sabichatti nan dubbadhe; haati manaa tiyyas galgala ni duute. Anis borumtaa isaatti akkuman ajajame nan godhe.
-
-
Hisqiʼel 24:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 ‘Akkana jedhii mana Israaʼelitti dubbadhu: “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Ani iddoo qulqulluu koo isa ittiin boontan, isa baayʼee jaallattanii fi hawwii garaa keessanii* taʼe sana nan xureessa.+ Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa keessan warri dhiistanii deemtan sun goraadeedhaan ni kufu.+
-