-
Miikiyaas 3:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Warri mulʼata argan ni qaanaʼu,+
Warri hooda dubbatanis abdii ni kutatu.
Deebiin Waaqayyo biraa dhufu waan hin jirreef,
Hundi isaanii iyyuu qaaniidhaan afaan isaanii ni qabatu.’”
-