-
Ermiyaas 16:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Warra namni jalaa duʼe jajjabeessuuf,
Namoota gadda irra jiraniif nyaata kan qopheessu hin jiraatu;
Warri abbaan yookiin haati jalaa duʼan akka dhuganiif
Namni xoofoo jajjabinaa isaaniif kennu tokko illee hin jiraatu.
-