-
Keessa Deebii 28:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa kee utuma ati ilaaltuu namoota kaaniif ni kennamu;+ atis yeroo hundumaa isaan ni yaadda, garuu homaa gochuu hin dandeessu.
-
-
Ermiyaas 11:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 kanaafuu, Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Kunoo, ani isaan adabuufan jedha. Dargaggoonni goraadeedhaan, ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa isaaniis beelaan ni dhumu.+
-