-
Hisqiʼel 3:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Anis arrabni kee laagaa keetti akka maxxanu nan godha; atis duudaa taata; isaan finciltoota waan taʼaniif, ati isaan akeekkachiisuu hin dandeessu.
-
-
Hisqiʼel 33:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Galgala namichi miliqe sun dhufuu isaa dura turetti harki Yihowaa na irratti dhufe; achiis inni namicha ganama gara koo dhufe sana duratti afaan koo ni bane. Kanaafuu, afaan koo ni baname; anis dubbachuu nan dandaʼe.+
-