Hisqiʼel 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Waggaa 30ffaatti, jiʼa arfaffaa keessaa guyyaa shanaffaatti, utuman laga Kebaar+ bira namoota boojiʼaman+ gidduu jiruu, samiiwwan ni banaman; anis mulʼata Waaqayyo biraa dhufe nan arge.
1 Waggaa 30ffaatti, jiʼa arfaffaa keessaa guyyaa shanaffaatti, utuman laga Kebaar+ bira namoota boojiʼaman+ gidduu jiruu, samiiwwan ni banaman; anis mulʼata Waaqayyo biraa dhufe nan arge.