LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 21:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 “Atis yaa ilma namaa, raajii dubbadhu, akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan Amoonotaa fi arrabsoo isaanii ilaalchisee akkana jedha. Gorraʼuudhaaf goraadeen, eeyyee, goraadeen tokko luqqifameera; inni nyaachuu fi akka bakakkaatti calaqqisuuf cululuqfameera.

  • Hisqiʼel 21:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Ati ibiddichaaf qoraan ni taata;+ dhiigni kee biyyattii keessatti ni dhangalaʼa; atis kana booda hin yaadatamtu; kana kan dubbate ana Yihowaa dha.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi