LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yommuu inni natti dubbatus, hafuurri na keessa seenee isa natti dubbachaa jiru sana dhagaʼuu akkan dandaʼuuf miila kootiin na dhaabe.+

  • Daaniʼel 10:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Achiis, “Yaa nama baayʼee jaallatamaa taate*+ nana, hin sodaatin.+ Nagaan siif haa taʼu.+ Jabaadhu, eeyyee, jabaadhu” naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, “Yaa gooftaa koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhu” nan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi