-
Isaayyaas 23:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Yaa sagaagaltuu irraanfatamte nana, baganaa qabadhuutii magaalattii keessa naannaʼi.
Isaan akka si yaadataniif,
Baganaa kee akka gaariitti taphadhu,
Faarfannaawwan hedduus faarfadhu.”
-