-
Abbootii Murtii 11:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Innis magaalota 20n Aroʼerii hamma Miinititti argaman keessatti, akkasumas naannoo hamma Abeel Keraamiimitti argamu keessatti namoota hedduu ni fixe. Akka kanaan, Amoononni Israaʼelota duratti ni moʼaman.
-