-
Hisqiʼel 27:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Namoonni Faarsi, Luudii fi Puut+ loltoota kee taʼanii raayyaa waraanaa kee keessatti tajaajilu turan.
Isaan gaachanootaa fi baarmeexaa sibiilaa isaanii si irratti fannisaniiru, simboos siif argamsiisaniiru.
11 Namoonni Arwaad warri raayyaa waraanaa kee keessa jiran sitti marsanii dallaawwan kee irra dhaabbataniiru,
Gootonnis masaraawwan kee irra jiru turan.
Isaan dallaawwan keetti gaachanoota marsaniiru,
Miidhaginni kees mudaa kan hin qabne akka taʼu godhaniiru.
-