LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 27:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Manni Togaarmaa+ fardeen, fardeen waraanaa fi gaangoliidhaan shaqaxa kee jijjiirrataniiru.

  • Hisqiʼel 27:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Oomishni kee hedduu waan taʼeef Edoom sii wajjin ni daldalte. Isaan tarkooyisiin,* suufii bifa dhiilgeetiin, uffata xilfiin halluu garaa garaa irratti dhaʼameen, huccuu baʼeessaan, elellaa fi ruubiidhaan* shaqaxa kee jijjiirrataniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi