Hisqiʼel 28:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Miidhagina keetiin kan kaʼe garaan kee of tuuleera.+ Simboo kee isa ulfina qabeessa taʼeen kan kaʼes ogummaa kee mancaasteetta.+ Ani gara lafaatti gad sin darbadha.+ Mootonni lafaas ajaaʼibsiifannaadhaan akka si ilaalan nan godha.
17 Miidhagina keetiin kan kaʼe garaan kee of tuuleera.+ Simboo kee isa ulfina qabeessa taʼeen kan kaʼes ogummaa kee mancaasteetta.+ Ani gara lafaatti gad sin darbadha.+ Mootonni lafaas ajaaʼibsiifannaadhaan akka si ilaalan nan godha.