Hisqiʼel 27:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Oomishni kee hedduu waan taʼeef Edoom sii wajjin ni daldalte. Isaan tarkooyisiin,* suufii bifa dhiilgeetiin, uffata xilfiin halluu garaa garaa irratti dhaʼameen, huccuu baʼeessaan, elellaa fi ruubiidhaan* shaqaxa kee jijjiirrataniiru.
16 Oomishni kee hedduu waan taʼeef Edoom sii wajjin ni daldalte. Isaan tarkooyisiin,* suufii bifa dhiilgeetiin, uffata xilfiin halluu garaa garaa irratti dhaʼameen, huccuu baʼeessaan, elellaa fi ruubiidhaan* shaqaxa kee jijjiirrataniiru.