-
Hisqiʼel 26:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Gandeen* ishii warri baadiyyaa keessatti argaman goraadeedhaan ni balleeffamu; namoonnis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.’
-