LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 46:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Gibxii keessatti kana labsaa, Migdool keessattis beeksisaa.+

      Noofii* fi Xaafnes+ keessatti kana labsaa.

      Akkana jedhaa: ‘Goraadeen naannoo kee hundumaa waan nyaatuuf,

      Iddoo kee qabadhu, of qopheessis.

  • Hisqiʼel 30:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Goraadeen tokko Gibxii irratti ni dhufa, yommuu reeffi isaanii Gibxii keessatti kukkufutti Itoophiyaan sodaadhaan qabamti;

      Qabeenyi ishii ni fudhatama, buʼuurri ishiis ni diigama.+

  • Hisqiʼel 32:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namoonni hedduun sii wajjin jiran goraadee loltoota ciccimootiin akka kufan nan godha,

      Hundi isaanii iyyuu saboota hundumaa caalaa gara jabeeyyii dha.+

      Isaan of tuulummaa Gibxii gad ni buusu, namoonni hedduun ishii keessa jiran hundis haxaaʼamanii ni balleeffamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi