-
Hisqiʼel 30:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Guyyaa sanatti Itoophiyaan ishiin ofitti amanamtu akka romʼitu gochuuf dooniidhaan ergamtoota nan erga; guyyaa isa Gibxii irratti dhufu sanatti sodaan isaan qabata; sababiin isaas, inni dhugumaan ni dhufa.’
10 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Harka Nebukadnezaar* mootii Baabiloniin raayyaa Gibxii nan balleessa.+
-