Hisqiʼel 29:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sis taʼe qurxummii Abbayyaa keetii hundumaa lafa onaa keessatti nan gata. Dirree keessatti ni kufta, hin kaafamtu, walittis hin qabamtu.+ Bineensota bosonaa lafa irra jiranii fi simbirroota samiitiif nyaata godhee sin kenna.+
5 Sis taʼe qurxummii Abbayyaa keetii hundumaa lafa onaa keessatti nan gata. Dirree keessatti ni kufta, hin kaafamtu, walittis hin qabamtu.+ Bineensota bosonaa lafa irra jiranii fi simbirroota samiitiif nyaata godhee sin kenna.+