Ermiyaas 43:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ani manneen* waaqolii Gibxiitti ibidda nan gadhiisa;+ mootichis isaan ni guba; boojuudhaanis isaan ni fudhata. Akkuma tikseen tokko uffata isaa ofitti marutti, innis biyya Gibxii ofitti ni mara; nagaadhaanis* achii ni deema. Ermiyaas 46:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Gibxii keessatti kana labsaa, Migdool keessattis beeksisaa.+ Noofii* fi Xaafnes+ keessatti kana labsaa. Akkana jedhaa: ‘Goraadeen naannoo kee hundumaa waan nyaatuuf,Iddoo kee qabadhu, of qopheessis.
12 Ani manneen* waaqolii Gibxiitti ibidda nan gadhiisa;+ mootichis isaan ni guba; boojuudhaanis isaan ni fudhata. Akkuma tikseen tokko uffata isaa ofitti marutti, innis biyya Gibxii ofitti ni mara; nagaadhaanis* achii ni deema.
14 “Gibxii keessatti kana labsaa, Migdool keessattis beeksisaa.+ Noofii* fi Xaafnes+ keessatti kana labsaa. Akkana jedhaa: ‘Goraadeen naannoo kee hundumaa waan nyaatuuf,Iddoo kee qabadhu, of qopheessis.