-
Hisqiʼel 31:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Ani miidhagaa fi baala hedduu kan qabu akka taʼu isa nan godhe,
Mukeetiin Eedan, jechuunis mukeetiin iddoo biqiltuu Waaqa dhugaa keessatti argaman kaan hundis isatti hinaafan.’
-