Hisqiʼel 30:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ani boʼoowwan Abbayyaa gara lafa gogaatti nan jijjiira;+ biyyattiis namoota hamootti dabarsee nan gurgura. Biyyattiis taʼe wanta ishii keessatti argamu hundumaa harka namoota biyya ormaatiin ona nan godha.+ Ani Yihowaan kana dubbadheera.’
12 Ani boʼoowwan Abbayyaa gara lafa gogaatti nan jijjiira;+ biyyattiis namoota hamootti dabarsee nan gurgura. Biyyattiis taʼe wanta ishii keessatti argamu hundumaa harka namoota biyya ormaatiin ona nan godha.+ Ani Yihowaan kana dubbadheera.’