Ermiyaas 4:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihudaa keessatti kana labsaa, Yerusaalem keessattis beeksisaa. Guutummaa biyyattii keessatti iyyaa, xurumbaas* afuufaa.+ Sagalee keessan ol kaasaatii akkana jedhaa iyyaa: “Walitti qabamaa,Gara magaalota dallaa dhagaa qabaniitti haa baqannu.+ Hoseʼaa 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Xurumbaa afuufi!+ Isaan kakuu koo waan cabsaniif,+ seera koo irrattis cubbuu waan hojjetaniif,+Diinni akka risaatti gara mana Yihowaatti dhufaa jira.+
5 Yihudaa keessatti kana labsaa, Yerusaalem keessattis beeksisaa. Guutummaa biyyattii keessatti iyyaa, xurumbaas* afuufaa.+ Sagalee keessan ol kaasaatii akkana jedhaa iyyaa: “Walitti qabamaa,Gara magaalota dallaa dhagaa qabaniitti haa baqannu.+
8 “Xurumbaa afuufi!+ Isaan kakuu koo waan cabsaniif,+ seera koo irrattis cubbuu waan hojjetaniif,+Diinni akka risaatti gara mana Yihowaatti dhufaa jira.+