-
Hisqiʼel 3:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yommuu ani nama hamaa tokkoon, ‘Ati dhugumaan ni duuta’ jedhutti, ati immoo yoo isa akeekkachiisuu baatte, akkasumas inni lubbuudhaan jiraachuu akka dandaʼuuf+ daandii isaa isa hamaa irraa akka deebiʼu nama hamaa sana akeekkachiisuuf yoo dubbachuu dhiiste, inni hamaa waan taʼeef balleessaa isaatiin ni duʼa;+ dhiiga isaa garuu si irraa nan barbaada.*+
-