-
Faarfannaa 130:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yihowaan jaalala isaatiin amanamaa waan taʼeef,+
Furuufis humna guddaa waan qabuuf,
Israaʼel Yihowaa eeggachuu isaa itti haa fufu.
8 Inni Israaʼeliin dogoggora isaa hundumaa irraa ni fura.
-