Baʼuu 22:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “Nama wanta tokko si irraa liqeeffateef qabsiisa gootee uffata isaa yoo qabatte,+ yommuu aduun lixxu uffaticha isaaf deebisi.
26 “Nama wanta tokko si irraa liqeeffateef qabsiisa gootee uffata isaa yoo qabatte,+ yommuu aduun lixxu uffaticha isaaf deebisi.