Sefaaniyaa 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Warri Israaʼel keessaa hafan+ jalʼina hin raawwatan;+Isaan soba hin dubbatan yookiin arraba isaaniitiin namoota hin gowwoomsan;Isaan ni nyaatu,* ni ciisu, kan isaan sodaachisus hin jiru.”+
13 Warri Israaʼel keessaa hafan+ jalʼina hin raawwatan;+Isaan soba hin dubbatan yookiin arraba isaaniitiin namoota hin gowwoomsan;Isaan ni nyaatu,* ni ciisu, kan isaan sodaachisus hin jiru.”+