Daaniʼel 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Belshaazaar+ mootiin Baabilon mootii taʼee waggaa tokkoffaatti, Daaniʼel utuu siree isaa irra ciisee jiruu abjuu fi mulʼatawwan gara sammuu isaatti dhufan ni arge.+ Achiis abjuu sana ni barreesse;+ dhimmichas guutummaatti ni galmeesse. Daaniʼel 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Belshaazaar Mootichi+ mootii taʼee waggaa sadaffaa isaatti mulʼata isa duraan natti mulʼate sana booda mulʼanni kan biraan ana Daaniʼelitti ni mulʼate.+
7 Belshaazaar+ mootiin Baabilon mootii taʼee waggaa tokkoffaatti, Daaniʼel utuu siree isaa irra ciisee jiruu abjuu fi mulʼatawwan gara sammuu isaatti dhufan ni arge.+ Achiis abjuu sana ni barreesse;+ dhimmichas guutummaatti ni galmeesse.
8 Belshaazaar Mootichi+ mootii taʼee waggaa sadaffaa isaatti mulʼata isa duraan natti mulʼate sana booda mulʼanni kan biraan ana Daaniʼelitti ni mulʼate.+