-
Daaniʼel 5:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Yeruma sana qubni harka namaa mulʼatee girgiddaa mana mootummaa mootichaa isa fuullee baattuu ibsaa jiru irratti barreessuu jalqabe; yommuu inni barreessus mootichi duuba harka sanaa ni arga ture.
-