-
Asteer 1:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Mootichi gaarii taʼee yoo isatti mulʼate, labsiin mootummaa Waashtiin matumaa lammata Ahaashweros Mooticha duratti akka hin seenne ibsu isa biraa haa baʼu; labsiin kunis seerawwan Faarsii fi Meedon warra jijjiiramuu hin dandeenye+ keessatti haa barreeffamu; mootichis aangoo ishiin mootuu taʼuudhaan qabdu dubartii kan biraa ishii irra wayyituuf haa kennu.
-
-
Asteer 8:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Labsiin maqaa mootichaatiin barreeffamee fi qubeellaa chaappaa mootichaatiin chaappaan irratti godhame diigamuu waan hin dandeenyeef,+ ammas isin Yihudootaaf wanta gaarii fakkaatee isinitti mulʼate maqaa mootichaatiin barreessitanii qubeellaa chaappaa mootichaatiin chaappaa irratti gochuu dandeessu.”
-