-
Daaniʼel 4:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “Ani Nebukadnezaar, mana koo keessa yaaddoo malee jiraachaan ture; mana mootummaa koo keessattis wanti hundi naaf milkaaʼee ture. 5 Ani abjuu na sodaachise tokko nan arge. Utuun siree koo irra ciisee jiruu fakkiiwwanii fi mulʼatawwan gara sammuu kootti dhufanii turan na sodaachisan.+
-