-
Daaniʼel 2:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Achiis Daaniʼel gara Ariyook isa mootichi namoota ogeeyyii Baabilon keessa jiran akka ajjeesu ramade sanaa dhaqee,+ “Namoota ogeeyyii Baabilon keessa jiran keessaa eenyuun iyyuu hin ajjeesin. Mooticha duratti na dhiheessi; ani hiika isaa mootichatti nan hima” isaan jedhe.
-