-
Daaniʼel 2:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Abjuu koo natti hin himtan taanaan hundi keessan iyyuu adaba tokkotu isin eeggata. Haa taʼu malee, hamma haalli isaa jijjiiramutti wanta sobaa fi gowwoomsaa taʼe tokko natti himuuf walii galtaniittu. Amma abjuu koo natti himaa; anis hiika isaa ibsuu akka dandeessan kanaan nan beeka.”
-