Daaniʼel 7:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 akkasumas waaʼee gaanfota kurnan+ mataa isaa irra jiranii fi waaʼee gaanfa isa biqile isa gaanfonni sadii isa duratti bubuqqaʼan,+ ijawwanii fi afaan of tuulummaadhaan dubbatu qabu isa warra kaan caalaa guddaa taʼe sanaa beekuu nan barbaade.
20 akkasumas waaʼee gaanfota kurnan+ mataa isaa irra jiranii fi waaʼee gaanfa isa biqile isa gaanfonni sadii isa duratti bubuqqaʼan,+ ijawwanii fi afaan of tuulummaadhaan dubbatu qabu isa warra kaan caalaa guddaa taʼe sanaa beekuu nan barbaade.