Asteer 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Bara Ahaashweros,* isa Hindii irraa jalqabee hamma Itoophiyaatti* koonyaawwan+ 127 irratti bulchaa turetti, Asteer 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 bara bulchiinsa isaa waggaa sadaffaatti, bulchitoota isaa fi tajaajiltoota isaa hundumaatiif affeerraa ni qopheesse. Yeroo kanatti raayyaan waraanaa Faarsii+ fi Meedon,+ guguddoonni, akkasumas bulchitoonni koonyaawwanii isa dura jiru turan;
1 Bara Ahaashweros,* isa Hindii irraa jalqabee hamma Itoophiyaatti* koonyaawwan+ 127 irratti bulchaa turetti,
3 bara bulchiinsa isaa waggaa sadaffaatti, bulchitoota isaa fi tajaajiltoota isaa hundumaatiif affeerraa ni qopheesse. Yeroo kanatti raayyaan waraanaa Faarsii+ fi Meedon,+ guguddoonni, akkasumas bulchitoonni koonyaawwanii isa dura jiru turan;