-
Daaniʼel 9:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 eeyyee, utuman kadhannaa dhiheessaa jiruu, Gabriʼeel+ inni ani mulʼataan argee ture+ sun gara koo ni dhufe; ani yeroo aarsaan galgalaa itti dhihaatu kanatti baayʼee dadhabeen ture. 22 Innis akkana jechuudhaan na hubachiise:
“Yaa Daaniʼel, ani amma kanan dhufe dubbii raajii of keessatti qabate sana akka qalbeeffattuu fi akka hubattu si gargaaruufi.
-