Daaniʼel 10:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanan dhufes wanta bara dhumaatti uummata kee irra gaʼu akka hubattu si gargaaruufi;+ sababiin isaas, mulʼanni kun waaʼee wanta gara fuulduraatti raawwatamuu kan ibsu dha.”+
14 Kanan dhufes wanta bara dhumaatti uummata kee irra gaʼu akka hubattu si gargaaruufi;+ sababiin isaas, mulʼanni kun waaʼee wanta gara fuulduraatti raawwatamuu kan ibsu dha.”+